Sun. Jun 16th, 2024

Sirna Galateeffannaa fi Eebba Kitaaba Seenaa Dr.Kabajaa Artisti Alii Birraa Bakka Hooggantootni Olaanoon Argamanitti Geggeeffamaa Jira

Sirni Galateeffannaa fi Eebba Kitaaba seenaa Dr. Kabajaa Artisti Alii Birraa bakka pirezidaantii Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa dabalatee hooggantoonni olaanoon, artistiinni, Abbootin Gadaa fi keessummoonni kabajaa argamanitti Magaalaa Finfinnee Hoteela (skylighti) keessatti gaggeefamaa jira.

Sagantaa kanarratti sirni mallattoo kitaabichaa fi kenniinsa beekkamtii ni raawwatama jedhameetti eeggama.

By ADMIN

Leave a Reply