Wed. Jun 12th, 2024

Ityoophiyaa fi Emmireetoonni Arabaa Gamtoomanii carraa hojii uumuurratti marii gaggeessan

Komiishinarri Komiishinii Carraa Hojii Uumuu obbo Nigusuu Xilaahuun Ityoophiyaatti Ambaasaaddar Emmireetoota Arabaa Gamtoomanii Mohaammad Saaliim Alrishiid waliin mari’ataniiru.

Marii isaaniitin Ityoophiyaa fi Emmireetoonni Arabaa Gamtoomanii carraa hojii uumuurratti waloon akka hojjetaan himaniiru.

Dhimmoota carra hojii uumuu guddisuuf dandeessiisan irrattis mari’ataaniiru.

Yeroo itti aanuutti damicha ammayyessuuf waloon hojjechuuf haala dandeessisuurratti marii taasisaniiru.

Maddi:-TOI

By ADMIN

Leave a Reply